
Jireenya ol’aanaa fi eebbifamaa Nabiyyii keenya jaallatamaa Muhammad (‘alaihis-salâm) afaan 61n bilisaan dubbisuu fi qooduu dandeessu.

Hojiin gatii guddaa qabu kun, qorannoo of-eeggannoodhaan waggoota hedduuf garee hayyootaa bal’aa tokkoon gaggeeffame irraa kan argame dha. Waggoota digdamman hiikkaa isaa isa jalqabaa irraa as darbanitti, kaartaalee fi fakkiiwwan seenaa ta’aniin badhaafameera.
Kaayyoon isaa inni gadi fagoon, jireenya ol’aanaa Nabiyyii keenya baay’ee jaallatamaa fi baay’ee kabajamaa Muhammad (‘alaihis-salâm) himuu ol darba. Fuulonni kun garaa dubbisaa hundaa keessatti, yoo xiqqaate, sanyii xiqqaa jaalala isaaf ta’u tokko akka biqilchan garaa keenya guutuun abdanna.